Daawwadhaa: Battala Tiraampitti dhukaafamuufi eegdonni isaan marsan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Battala Tiraampitti dhukaafamuufi eegdonni isaan marsan
Daawwadhaa: Battala Tiraampitti dhukaafamuufi eegdonni isaan marsan

Donaald Tiraamp guyyaa Sambataa osoo bulchiinsa Penisalveeniyaatti duula na filadhaa gaggeessanii dhukaasni itti baname.

Viidiyoorratti yeroo harka isaanii gurra isaanii mirgaa xuxxuqan mul’ata. Dhiigis mul’ateera.

Battala eegdonni isaanii isaan marsuun waltajjiirraa isaan buusan. Akka qondaaltonni jedhanitti, namni dhukaasa banuun shakkame ajjeefameera.

Nami sagantaarra hirmaataa ture biraas ajjeefame. Namoonni lama biroo immoo haalaan miidhamuu ibsan. Daawwadhaa!