Ameerikaan dubbii Baha Giddu galeessaa duubaa hin dhabamtu, maaliif?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubbiin Baha Giddugaleessaa kaanaan Ameerikaan duubaa hin dhabamtu, maaliif?
Ameerikaan dubbii Baha Giddu galeessaa duubaa hin dhabamtu, maaliif?

Ameerikaan yeroo hunda walitti bu'iinsa Baha Gidduugaleessa keesstti mudatu duubaa dhabamtee hin beektu.

Fakkeenyaaf wal waraansa Sooriyaa, kan Iraaq akkasumas yeroo garaagaraatti hidhattoota Yemana keessaarratti halleellaa raawwachuun maqaan Ameerikaa ni ka'a.

Amma ammoo Israa'el waliin dhaabachuun Iraan irratti haleellaa raawwachuuf murtee irra gahuudhaan beellama torban lamaa qabataniiru, Pirezidanti Doonaald Tiraamp.

Ofii Ameerikaan addatti Baha Gidduugaleessaa keessaa fedhii akkamii qabdi?

Viidiyoo kana yoo doowwattan gaaffii kanaafi kan biraatiif deebii ni argattu.