Iraaniifi Israa'el keessaa dandeettii waraana biyya kamiitu caala cimaadha?
Iraaniifi Israa'el keessaa dandeettii waraana biyya kamiitu caala cimaadha?
Mudaamni Iraaniifi Israa'el gidduu bara dheeraaf ture amma gara ifatti waliitti dhukaasuutti jijjirameera.
Ergasiin boodas gama lamaaniinuu badii lubbuu namootaa fi qabeenyaa qaqabuun gabaafameera.
Viidiyoo kanaan bal'ina dachii, baayyina ummataa, baayyina loltootaa fi kaan wal bira qabuudhaan dandeettii Iraaniifi Israa'el isiniif dhiyeessina.
Odeessaalee keenya viidiyoon qopheessinu bali#'inaan argachuuf ammoo Chaanaalii YouTube keenya YouTube BBC Afaan Oromoo millachuu hin dagatiinaa.






