BBC Afaan Oromoo YouTube irraan isiniif dhufeera

Ibsa waa'ee viidiyoo, BBC Afaan Oromoo YouTube irraan isiniif dhufeera
BBC Afaan Oromoo YouTube irraan isiniif dhufeera

BBC Afaan Oromoo YuoTube oduu, xiinxala, gaaffiifi deebii, seenaa dhuunfaa barsiisoo ta'an, dhimmoota wayitaawaa, saayinsiifi tekinooloojii, akkasumas fayyaa ilaalchisuun isiniif dhiyeessa.

Odeeffannoo amanamoo Itoophiyaa, Afrikaa, Baha Giddu-galeessaafi guutummaa addunyaarraa isiniif ta'an viidiyoon deeggaramee isiniif dhiyaata.

Linkii kanaan seentanii sabiskiraayib gochuu dandeessu.

Namoota kaaniifis qooduu hin dagatiinaa.