Walabummaa pireesii fi dimookiraasiin addunyaa garam adeemaa jira
Walabummaa pireesii fi dimookiraasiin addunyaa garam adeemaa jira
Walabummaan pireesii akka addunyaatti yaaddoo keessa jira jedha gareen mirga gaazexeessitootaaf falmu RSF (Reporters without Borders).
Odeeffannoo haaraa kan waggaa kanaan dhaabbatichi biyyoota addunyaa harka 75 tahan keessatti gaazexeessummaaf haala 'badaatu' jira jedha.
Kunis mootummooti gaazexeessaa tiksuu waan hanqataniifis jedheera.






