Haleellaa Kaappital: Deggertoonni Tiraamp galma Mana Maree US wayita weeraran

Pirezidaant Doonaald Tiraamp deggaruun kanneen hiriira ba'an gamoo guddicha mootummaa biyyattii kan ta'e Kaappitoo keessa seenuun galma walga'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa weeraran.

Qondaaltonni miseensota kongiresii akka dhokatanii fi walga'iin akka adda citu dirqamsiisaniiru. Kaayyoon walga'ii kongiresiichaa ammoo filannoo mo'achuu Joo Baayidan mirkaneessuuf ture.

Hiriirtota keessaa tokko gara galma Seeneetiitti gamoorraa wayita utaalu

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtota keessaa tokko gara galma Seeneetiitti gamoorraa wayita utaalu
Naannoon Kaappitool battaluma deggertoonni Tiraamp fuuldurasaatti hiriia eegalanii hookkarri ka'e daaraa uffate

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Naannoon Kaappitool battaluma deggertoonni Tiraamp fuuldurasaatti hiriia eegalanii hookkarri ka'e daaraa uffate
Eegdota gamoo Kaappitol cabsanii erga seenanii booda, nama alaabaa qabatee keessa jiru

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Eegdota gamoo Kaappitol cabsanii erga seenanii booda, nama alaabaa qabatee keessa deemaa jiru
Hiriirtonni uffata yeroo baayyee Tiraamp uffachuun mul'atan fakkaatu uffatanii gamocha fuulduratti suuraa ka'an

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtonni huccuu yeroo baayyee Tiraamp uffachuun mul'atan fakkaatu uffatanii gamocha fuulduratti suuraa ka'an
Hiriirtota keessaa tokko meeshaa galmicha keessa jiru, kan waa irra kaa'atanii haasa'uuf gargaaru qabatee deeme

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtota keessaa tokko meeshaa galmicha keessa jiru, kan waa irra kaa'atanii haasa'uuf gargaaru qabatee deeme
Poolisiin Kaappitol galma Seeneetii keessa dhaabbatanii gara alaatti hiriirtota irratti meeshaa qiyyaafatanii jiru

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Poolisiin Kaappitol galma Seeneetii keessa dhaabbatanii gara alaatti hiriirtota irratti meeshaa qiyyaafatanii jiru
Seera baastonnii fi hojjettoonni gamochaa golgaa fuulaa uffatanii

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Seera baastonnii fi hojjettoonni gamochaa golgaa fuulaa uffatanii
Hiriirtota keessaa tokko alaabaa barreeffama ''Tiraamp pirezidaantii kiyya'' jedhu mirmirsaa ture

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtota keessaa tokko alaabaa barreeffama ''Tiraamp pirezidaantii kiyya'' jedhu mirmirsaa ture
Tokko ammoo teessoo Afa-yaa'ii mana maree Nansii Peloosii irra erga takka taa'ee booda, ''gonkumaa boodatti hin jennu'' barreeffama jedhu kaa'ee deeme

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Tokko ammoo teessoo Afa-yaa'ii mana maree Nansii Peloosii irra erga takka taa'ee booda, ''gonkumaa boodatti hin jennu'' barreeffama jedhu kaa'ee deeme
Hiriirtonni hedduun gamocha keessatti poolisiidhaan qabamaniiru

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtonni hedduun gamocha keessatti poolisiidhaan qabamaniiru
Hiriirtonni wayita poolisootaa fi hojjettoota Kaappitol dubbisan

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtonni wayita poolisootaa fi hojjettoota Kaappitol dubbisan
Poolisiin gamoo Kaappitool nama hiriirtota keessaa osoo karaa foddaa galma walga'ii seenaa jiruu argerratti keemikaala ija gubu biife

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Poolisiin gamoo Kaappitool, nama hiriirtota keessaa osoo karaa foddaa galma walga'ii seenaa jiruu argerratti keemikaala ija gubu biife
Hiriirtonni hedduun erga gamoo Kaappitol giddu-galasaa seenanii booda gammachuusaanii wayita ibsan

Madda suuraa, EPA

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtonni hedduun erga gamoo Kaappitol giddu-galasaa seenanii booda gammachuusaanii wayita ibsan
Deggertoonni Tiraamp gulantaa fuul-duraa galma Seenetii irratti suuraa ka'an

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Deggertoonni Tiraamp gulantaa fuul-duraa galma Seenetii irratti suuraa ka'uuf carraa argatan
Hiriirtonni kaan ammoo fuula halluu dibatanii, mataatti faaya uffatanii turan

Madda suuraa, Getty Images

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtonni kaan ammoo fuula halluu dibatanii, mataatti faaya uffatanii turan
Hiriirtota keessaa tokkommoo uffata siidaa bilisummaa ishee fakkeessu uffattee mul'atte

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Hiriirtota keessaa tokkommoo haala addaan uffattee, dhaabbii siidaa bilisummaa ishee fakkeessuun mul'atte
Jalqaba wayita deggertoonni Tiraamp ala gamoo Kaappitoolitti walga'an

Madda suuraa, Reuters

Ibsa waa'ee suuraa, Jalqaba wayita deggertoonni Tiraamp ala gamoo Kaappitoolitti walga'an

All pictures are subject to copyright.