Waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa'el fi Hezboollaah irratti waan jedhameefi miira ture
Waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa'el fi Hezboollaah irratti waan jedhameefi miira ture
Lola ji'oota lamaaf Libaanos raase booda Israa'eliifi Hezbollaan dhukaasa dhaabuuf waliigalaniiru.
Lola kanaan Libaanos keessatti ummanni 3,500 ol ta'u ajjeefamuu Ministeerri Fayyaa Libaanos ibseera.
Akka Pirezidantiin Ameerikaa Joo Baayiden gaazexeessitootatti himanitti, waliigalteen ''dhukaasa dhaabuu kun dhaabbataa akka ta'uuf kan qophaa'edha.''
Waraanni Israa'el hin deebi'inaa jechuun akeekkachiisa kennuus kanneen Libaanositti qe'eerraa buqqa'an qe'eetti deebi'aa jiru.
Akkaataa waliigaltee kanaan maaltu eegama? Daawwadhaa!






