Bilisummaa Masfin: Kaayyoon koo 'America’s Got Talent' irratti dhiyaachuudha
Bilisummaa Masfin: Kaayyoon koo 'America’s Got Talent' irratti dhiyaachuudha
Dargaggoo Bilisummaa Masfin jedhama. Qaamasaa akkuma xeephaa gara barbaadetti dadachaasa.
Qaamasaa osoo hin sochoosin mormasaa qofa digrii 360 naannessuuf shaakalaa jira. Ciqileesaa naannessee rakkoo toko malee dhungata.
Viidiyoo kana daawwadha.



