Mootiin kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peeleen attamiin yaadatama?

Mootii kubbaa miilaa jedhamuun kan beekamu Peeleen Umurii waggaa 82'tti addunyaa kana irraa du'aan boqateera.

Peeleen addunyaa kubbaa miilaa keessatti namoota maqaansaanii adda durummaan ka'u keessaa tokko.

Ofii mootiin kubbaa miilaa kun attamiin yaadatama?

Viidiyoo kana daawwadhaa!