'Gadi jedhee jiraachuukootu akkan ol jedhu na gargaare'- Mintaamir Ballaxa

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Gadi jedhee jiraachuukootu akkan ol jedhu na gargaare'- Mintaammir Ballaxa
'Gadi jedhee jiraachuukootu akkan ol jedhu na gargaare'- Mintaamir Ballaxa

Shamarreen amma seenaa ishee isiniif dhiyeessitu tun Mintaammir Ballaxaa jedhamti.

Odeessa keenya kana dura waa'ee ishee isiniif dhiyeessine keessatti, Injinara taatee wayita isheen Magaala Finfinneetti daandii cinaatti kophee qulqulleessaa jirtu ture.

Waa'ee jireenya sanaa yoo ibsitus: “Jireenya akkan mo’adhuuf, akkan ol jedhu kan na taasifte meeshaa liistiroo kooti” jetti shamarree Mintaammir.

Har'a garuu daandiirraa kaa'un, hawwiishee yeroo dheeraa kan ture hojii uffata hodhuu hojjechuu eegalte.

Kunoo viidiyoo kana doowwadhaa.