Nama umuriisaa duubatti deebisuuf miiliyoonota baasaa jiruun walbaraa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Nama umriisaa duubatti deebisuuf miiliyoonota baasaa jiruun walbaraa
Nama umuriisaa duubatti deebisuuf miiliyoonota baasaa jiruun walbaraa
Nama umurii isaa duubatti deebiyuuf miliyoonaan baasaa jiru

Ogeessi teknolojii fi abbaan qabeenyaa Bryan Johnson, waggaa waggaan umriisaa duubatti deebisuuf yookaan hir'isuuf maallaqa hedduu baasa.

Namni ganna 45 kun, guyyuu shaakala qaamaa akkaan cimaa tahe, hordoffii fi wal'aansa hedduu keessa dabra.