Waa'ee Sirna Gadaa hayyuufi Abbaan Gadaa waan jedhan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waa'ee Sirna Gadaa hayyuufi Abbaan Gadaa waan jedhan
Waa'ee Sirna Gadaa hayyuufi Abbaan Gadaa waan jedhan

Gadaan gogeessa (garee) shan kan qabu yoo ta'u, isaanis shanan Gadaa Oromoo jedhamu. Gareewwan kun ganna saddeet saddeetiin aangoo wal harkaa fuudhu.

Sirni bulchiinsa Gadaa akka hambaa killayyaa 11ffaatti Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii (UNESCO)'tti galmaa'eera.

Abbaa Gadaa Boorana Itoophiyaas ta'e Keeniyaa keessa jiru kan ta'an Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoo bara Gadaa isaanii xumuranii aangoo dabarsuuf qophiitti jiru.

Dhimma kanarratti Abbaa Gadaa Kuraa Jaarsoofi hayyuu aadaafi seenaa dubbisneerra.