'Hojii ummata Oromoo madaalu qabdhee dhufuufan ture'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Kan ummata Oromoo madaalu waliin dhufuufan ture'
'Hojii ummata Oromoo madaalu qabdhee dhufuufan ture'

Weellisaa warri Afaan Oromoo hin beeknellee dhaggeeffachuu jaallatanidha. Sagaleen isaas irraa kan hin dabarreefi yeroo hunda kan gurratti toludha.

Inni wallisaa Getaachoo Hayilemaariyaamidha.

Yeroo tokko tokko ammoo Getaachoon kan eenyuuti gaaffii jedhu yeroo irrati ka'u ni dhaga'aman.

Maaliif sirba hin baasiin ture?

Daawwadhaa!