Koroonaavaayiras: Olmaa gabaa ayyaanaa Magaalaa Garba Gurraachaa
Weerara koroonaavaayiras ittisuufi daddarbuusaa to'achuuf karaan inni tokko fageenya hawaasummaa eegachuu yookaan ammoo waliirraa hiiquudha.
Waqtiin isaammoo waqtii ayyaanaati - Faasikaan dhiyaachaa jira. Gabaafi ayyaanni ammoo waldukaa deemu.
Guyyaa gabaa ayyaanaa magaalaa Garba Gurraachaatti argamuun namni walirraa hiiqaa jira moo hin jiru kan jedhu ilaalleerra.


Kaan fageenya eeggatanis dhaaba loonitti garuu garmalee walitti siqanii turan













