Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
BBC Africa Eye: Muka firii hin qabne, loogii dubartoota Niijer dhala dhabanii
Addunyaa gubbaa cimdiiwwan miiliyoona 50 ta'an dhala godhachuu akka hin dandeenye tilmaamama.
Hawaasa hedduu keessatti wayita maatiin dhala dhaban, kan quba itti qaban dubartii irratti.
Gaazexeessituun lammii Nijeer Ayichaa Maakii dhimma dhala dhabuu hawaasashee keessa jiru qoratteetti.
Warri dhiirootaa 'ana bira wanti hunduu akka gaariitti hojjeta,'' jechuun ulfaa'uun ga'ee haadha warraa qofa itti fakkaata.