Tilmaama UN: Shamarran 20 keessaa tokko ni kittaanamti

Dubartoota 20 keessaa tokko ni kittaanamti jedha tilmaamni UN.

Kittaani dubartootaa fedhii saal-qunnamtii hir'isuu qofa osoo hin taane dhala dhabuu fi dhukkuboota kaaniifis saaxiluu danda'a.