'Lammiilee biyyoota biraarraa dhufan nan jibba'- miseensa garee Dudulaa Afriikaa Kibbaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Lammiilee biyyoota biraa irraa dhufan nan jibba'
'Lammiilee biyyoota biraarraa dhufan nan jibba'- miseensa garee Dudulaa Afriikaa Kibbaa

Lammiilee Itoophiyaarraa gara sana imalan dabalatee lammiileen biyyoota biraa Afriikaa Kibbaa keessa jiraatan miidhaafi saamicha garaa garaatiif saaxilamu eerga eegalanii bubbulaniiru.

Keessattuu erga waggootattan sadan darbaniitii asi miseensoonni garee akitivistootaa tokkos, jibbii biyyattii keessatti lammiilee biyya biraatiif qaban ifattu ibsachuu eegalan.

BBCnis miseensoota garee kana keessaa muraasa waliin turtii taasisee kunoo akkasiin qindeessineera.