Waancaa Afriikaa 2023: Sagantaa taphaa fi qabxilee galmaa'an

Waancaan Afriikaa 34ffaa qopheessummaa Ayivorii Koostiin gaggeeffamaa jiru irratti, sagantaa tapha hundaa fi qabxiilee galmaa'an asiin argachuu dandeessu.