Sochii dargaggoota Keeniyaa - Gen Z: Mormii gibiraa biyyattii ‘miila tokkoon dhaabaa’ jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Sochii dargaggoota Keeniyaa - Gen Z: Mormii gibiraa biyyattii ‘miila tokkoon dhaabaa’ jiru
Sochii dargaggoota Keeniyaa - Gen Z: Mormii gibiraa biyyattii ‘miila tokkoon dhaabaa’ jiru

Keeniyaatti mormiin gibira haaraa mootummaan dhiyeesse miidiyaa hawaasaarratti jalqabe daandii magaalaa biyyattiitti dargaggoota baase.

Qe'ee dhaloota Pirezidant Ruutoo dabalatee har'a mormii jabaan bakka gara garaatti gaggeeffamaa jira.

Daawwadhaa!