Shamarree fakkiin manaa hanga daandii waliin geesse
Shamarree fakkiin manaa hanga daandii waliin geesse
Saaroon Boggaala jedhamti. Yunivarsiitii Hawaasaa irraa arkiteekcharaan eebbifamte.
Haa ta’u malee, isa baratteen osoo hin taane keenyan manaarratti fakkii kaasuun biddeena ta'ef. Ittiin jiraachaas jirti.
Magaalaa Finfinnee bakkeewwan garagaraatti keenyanirratti fakkii kaafteetti.
Istuudiyoo bakkee namoonni fakkii kaasuu keessatti baratanis qabdi. Daawwadhaa!



