Hantuunni balleessaaf malee gaarummaaf hedduu maqaan hin ka'u; kun garuu adda

Ibsa waa'ee viidiyoo, Hantuunni balleessaaf malee gaarummaaf hedduu maqaan hin ka'u; kun garuu adda
Hantuunni balleessaaf malee gaarummaaf hedduu maqaan hin ka'u; kun garuu adda

Hantuunni mana balleessuu ykn mana koseessuun bekamtu, mana nama tokkootti osoo kosii hartee mana qulqulleessituu argamte.

Kun yeroo isheen halkan kosuu walitti guuruun ko'oommattu daawwadhaa.