'Yeroo irrabaa kaatu haleellaa qilleensarraan simatamuun naasisaadha'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Yeroo irribaa kaatu haleellaa qilleensarraan simatamuun rakkisaadha'
'Yeroo irrabaa kaatu haleellaa qilleensarraan simatamuun naasisaadha'
Lammii Gaanaa Israa'el jiraatu.

Lammiin Gaanaa barumsaaf Israa'el deemee bultoo ijaarratee achitti hafe waan Onokoolessa 7 mudate hima. Namni kun yeroo irribaa ka'an lafti akka guyyaa kaanii hin turre. Haleellaan rokkettii qilleensarraan gaggeeffamaa ture.

Rifaatuu cimaa. Namni maatii isaa (haadha warraafi ijoollee) isaa qabatee gara mana-lafa jalaa itti da'atan barbaacha ba'uu dubbata.

Guutummaaa isaa daawwadhaa.