Adurreefi saree nyaachuu, qaala’insa, ulfa baasuu dhimmoota ijoo falmii Tiraamp fi Kaamlaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Adurreefi saree nyaachuu, qaala’insa, ulfa baasuu dhimmoota ijoo falmii Tiraam fi Kaamlaa
Adurreefi saree nyaachuu, qaala’insa, ulfa baasuu dhimmoota ijoo falmii Tiraamp fi Kaamlaa

Duula Filannoo Pirezidaantummaa US Donaald Tiraamp fi Kaamlaa Haaris falmii jalqabaa Kibxata taasisan irratti 'ija wal keessaa fuudhuu malee hin hafne'.

Dhimmoonni bineeldota manaa warra akka adurreefi saree nyaachuu, qaala'insa jireenyaafi ulfa baasuun ijoo faalmii yeroo jalqabaaf wal argan kanaa ture.

Daawwadhaa