Intalli TB Joshuwaa abbaashee mormuusheetiif hanga daandiirratti gatamtutti hiraarfamte
Intalli TB Joshuwaa abbaashee mormuusheetiif hanga daandiirratti gatamtutti hiraarfamte
Hundeessaafi gaggeessaan waldaa amantaa duraanii TB Joshuwaa waggoota dheeraaf intalasaatti mana cufee hiraarsaa turuu qorannoon BBC saaxileera.
Intali Joshuwaa boodarra mana jiraattu dhabdeeyyu hanga daandii magaalaa Leegos irra baatee jiraattutti geesseetti.
Kanaaf sababa kan ta'e ammoo gudeedufi gochawwan yakka ta'an biroo inni hojjetu mormuusheetiinidha.
Viidyoo intala TB Joshuwaa kanarratti hojjetame daawwadhaa.



