'Nagaan Gaazaafi addunyaa maraaf akka ta'u barbaadna'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Nagaa gaazaafi addunyaa maraaf barbaadna'
'Nagaan Gaazaafi addunyaa maraaf akka ta'u barbaadna'

Mahaammad Abbu Asii jedhama. Gaazaa keessatti dhoohiinsa hospitaala irratti raawwatameen wal qabtee miseensa maatii isaa shan dhabeera.

Ijoollee dhiiraa lamaafi ijoollee eessummaa fi eessuma isaa dhohiinsa sanaan dhabu dubbata.

Keessattuu daa'imman dhimma kana keessaa omaa hin qabne lubbuun akka jiraatan gaafachuun, ''nuti Gaazaafi addunyaa maraaf nageenyi akka jiraatu barbaadna'' jedhan.

Guutummaa isaa viidiyoo kana daawwadhaa.