Lammilee Itoophiyaa Sa’udii jiran rakkoon keessatti argaman akkasiin himu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Hambaa gammoojjiifi qurxummii galaanaa Sa'udii qaqqabee hidhaan eeggatuuf maaltu fala?'
Lammilee Itoophiyaa Sa’udii jiran rakkoon keessatti argaman akkasiin himu

Lammileen Itoohiyaa Sa'ud Arabiyaa jiraatan kuma 750 olitti tilmaamamu.

Hedduun isaanii karaa seeraan alaa rakkoo hamaa keessa darbanii achi qaqqabu. Kan gammoojjii lafa onaatti hafaniifi irbaata qurxummii galaanaa ta'an hedduudha.

Kanneen achi erga gahaniis hireen isaanii mana-hidhaa ta'e danuudha.

Maaltu fala?

Aslii Galgaluu kan qopheessite kana daawwadhaa.

Baqataa Sawuudiitti