BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Isin hin darbiin
Waa'ee Buufata Xiyyaaraa Idiladdunyaa Bishooftuu waggaan imaltoota mil.100 ol simatuu qabxiilee ijoo
Buufanni Xayyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu marsaalee lamaan ijaaramu kun ijaarsisaa guutummaatti yemmuu xummuramu humna guutuun waggaatti imaltoota miliyoona 110 keessummeessa.
Hospitaalonni Iraan namoota hiriirarratti du'aniifi madaa'aniin dhiphatan
Hojjetaan hospitaalota sadii keessaa hojjetu tokko yaada BBCf kenneen hiriirrii mormii guddaan sababa itti fufee jiruuf hospitaalonni mormitoota du'aniifi miidhamaniin dhiphachuu hime.
Jeneraalli waraanaa duraanii Tiraampiin jaallataman Pirezidaant Abdel Fattah Elsisi eenyu?
Namoota addunyaarratti dhageetti qabanifi mootummaa abbaa irreeti kanneen jedhaman keessa tokko kan ta'an Pirezidaantiin Masrii Abdel Fattah Elsisi maaliin beekamu?
Ganama moo halkan qaama dhiqachuutu sirriidha?
Namoonni tokko tokko ganama obboroo qaama dhiqachuu filatu; kaan ammoo galgala dhiqachuutu isaanitti tola. Warra ganama qaama dhiqatan moo galgala dhiqatantu sirriidha?
Ameerikaan Sooriyaa keessatti haleellaa raawwachuu ibsite
US michuuwwan ishee waliin qindaa'uun haleellaa cimaa Sooriyaa keessatti raawwachuu ibsite.
KALLATTIIN, Tiraamp hiriirtota Iraan humna mootummaa dura dhaabbatan deeggaruuf qophii ta'uu ibse
Iraanitti hiriirri gara hookkaraatti wayita geeddaramu mootummaan biyyattii humna fayyadamuu jalqabeera. Hiriirtonnis humna mootummaan fayyadamu dura dhaabbatan. Tiraamp hiriirtota kunneen deeggaruuf qophii ta'uu ibse.
Jawaar bulchiinsa MM Abiy, filannoo, KFO, WBO, TPLF fi Faannoorratti maal jedha?
Addatti BBC Afaan Oromoo waliin turtii taasiseen siyaasa Itoophiyaafi qabsoo egeree isaarratti bal'inaaan dubbateera.
Iraan mormii gaggeeffamaa jiruuf US himachuun xalayaa UNtti barreessite
Bulchiinsi Tiraamp mormii gaggeeffamaa jiru gara jeequmsaatti akka jijjiiramu gochuuf yaalaa akka jiraachuu himachuun ibsite Iraan xalayaa Mana Maree Nageenyaa UNtti barreessiteen.
Jila Gadaan Karrayyuu tibbana raawwate irratti keessummoonni hirmaatan maal himu?
Ilmaan Karrayyuu lamaan keessaa Quxusuu kan ta'e, warri Baasoo tibbana jila Buttaa Qaluu ardaa isaanii Tarree leediitti milkiin gaggeeffatan.
'Raashiyaafi Chaayinaan akka hin fudhanne US Giriinlaand abbummaan qabaachuu qabdi'- Tiraamp
Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Raashiyaa fi Chaayinaan Giriinlaandi akka hin fudhanne Ameerikaan 'abbummaan' qabaachuu qabdi jedhu.
US shaakala waraanaa biyyoonni michuushee hin taane taasisan akkamitti ilaalti?
Guyyoota darban keessa dooniiwwan alaabaa Chaayinaa, Iraanii fi Raashiyaa hidhatan buufata humna galaanaa guddaa Afrikaa Kibbaa Siimoon taawuun jedhamu keessatti mul'ataniiru.
Tiraamp dhaabbileen boba'aa US $100bn baasun boba'aa Venezuweelaa akka 'misoomsan' gaafachuufi mormii isa mudataa jiru
Pirezidaantiin US Doonaald Tiraamp boba'aa Venezuweelaa "misoomsuuf" dolaara biliyeena 100 akka barbaachisu kaampaaniwwan boba'aa US gaafatee jira. Haa ta'u garuu, dhaabbilee boba'aa kanneen irraa mormiifi shakkiin isa mudataa jira.
YouTube BBC Afaan Oromootti makamaa
YouTube BBC Afaan Oromoo
Viidiyoo, Jawaar ulaa galaanaa, muddama, MM Abiy, KFO fi egeree qabsoorratti
Xinxalaa siyaasaa Jawaar Mohaammad dhimma muddama Gaanfa Afrikaa, siyaasa Itoophiyaafi Oromoo irratti BBC waliin turtii taasise.
Viidiyoo, Venizuweelaa booda Tiraamp eenyu to'achuuf dhaadatan?
Venezuweelaa booda guyyoota darban Tiraamp biyyoota kamirratti ija buufatan? Muraasni kunooti.
Viidiyoo, Humni waraanaa US Nikoolas Maduuroo to'ate, Deeltaan, kan akkamiiti?
Humni waraanaa leenjii addaa qabuufi ergama Ameerikaa adda tahe raawwatu Nikoolas Maduuroo akka to'ate Tiraamp himaniiru.
Viidiyoo, Ambaasaaddarri sababa Itoophiyaan beekamtii Somaalilaand irratti callisteef himan
Ambaasaaddar Suleeyimaan Daddafoo Somaaliyaatti ambaasaaddara Itoophiyaadha. BBC'n dhimmoota bal'aarratti gaafate.
Viidiyoo, Abbootiin Gadaa Andu'aalam ajjeechaa Qananii keessaa bilisa jedhaniiruu?
Abbootiin Gadaa Oromoo himannaa ajjeechaa Qananii Addunyaa ji'ootaaf qorachaa turan. 'Dhugaa barre' wanti jedhan maali? Abbaan Qananii maal komatu?
Viidiyoo, Itoophiyaan dhimma Somaalilaand maaliif calliste?
Gaanfa Afrikaatti waan guddaatu adeemaa jira. Biyyi guddoo Gaanfa Afrikaa Itoophiyaan immoo callisuu filatteetti. Maaliif?
Viidiyoo, Poolisiin Paastar Henook akkamiin to’achuuf yaade?
Godinni Shawaa Kaabaa Paastar Henook Girmaa 'Salaale arrabse' jechuun shakke seeratti dhiheessuuf akka jedhu beeksise.
Viidiyoo, Barsiisaa aadaa Oromoo baha Afrikaatti beeksisuun badhaafame
Barsiisaa Galgaloo jedhama aadaa Oromoo Baha Afrikaatti beeksisuun dhaabbata UNESCO’n badhaafame. Akkamiin?
BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa
Maaltu haasa'ama?
Ertiraan 'kaartaa qondaalonni waraana Itoophiyaa qabatanii mul'atan' jette irratti deebii kennite
Eertiraan qondaaltotni waraanaa Itoophiyaa tibbana kaartaa Asabi fi naannoo ishee Itoophiyaa keessatti hammatame agarsiisu qabatanii mul'achuun,'aggaammii' ta'e jedhee Ertiraa irratti raawwatamu jechuun himatte.
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
Ajajaan Poolisii duraanii buufata Asab waa'ee Asab kaleessaafi har'aa maal himu?
Poolisii buufata doonii Asab waggoota 2fi ji'a 6'f kan ajajan Ajajaa 50 Dajanee Tujoo yeroo amma magaalaa Ambootti mana ciree (kaafiteeriyaa) keessatti qacaramanii hojjetu.
Giiftiin Duree Venizuweelaa US to'atte eenyudha? Nama akkamiiti?
Isheen nama aangoo guddaa qabu duuba dubartii jabduu jirtudha, ciminnishee garuu nama baay'eef hin mul'atu jedhu qorataan.
Ambaasaaddarri Itoophiyaa waa'ee Somaalilaand, TPLF, Masrii maal jedhu?
Murtee Israa'el Somaalilaandiif beekamtii kenniteerratti Itoophiyaan dhimmicha itti dhiheenyaan akka hordofaa jirtu dippilomaatiin Itoophiyaa BBC'tti himan.
Humni waraanaa US Nikoolas Maduuroo to'ate, Deeltaa jedhamu, kan akkamiiti?
Humni waraanaa leenjii addaa qabuu fi ergama Ameerikaa adda tahe raawwatu Nikoolaas Maduuroo akka to'ate Tiraamp himaniiru.
'Asmaraafi Asab qabachuu kan nu dhorke Mallasiifi Ameerikaadha'
Yeroo waraanni Itiyoo-Ertiraa gaggeeffamu waraanni Itoophiyaa Asmaraa to'achuun Asab qabachuuf carraa bal'aan akka ture himama.
Harmeen mucaa 'konkolaataa jala dhokatee Dambidoolloodhaa Finfinnee seene' maal jedhu?
Harmeen mucaa konkolaataa jala dhokatee Dambidoolloodhaa Finfinnee galee ilmisaanii ''lafa ijjikoo sin argine, lafa ati nan arginen dhaqa'' naan jedha ture'' jedhan.
Adeemsi araaraa Andu'aalamii fi maatii Qananii akkamiin gufate?
Ajjeechaa Qananii Addunyaan wal qabatee Abbootiin Gadaa fi hayyuuleen dhimmichi araaraan akka furamu adeemsi baatiiwwan muraasaaf gochaa turan gufatuu dubbatan.
Sochiin Israa'el Itoophiyaaf abdiimoo yaaddoodha? Masriifoo?
Gaanfa Afrikaatti waan guddaa adeemaa yeroo jirutti biyyi guddoo Gaanfa Afrikaa, Itoophiyaan, callisuu filatte – hin toles, hin badees hin jenne.
Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
Itoophiyaan biyya Israa'elitti aantee Somaalilaandiif beekamtii kennitu ta'uu dandeessi?
Oduun Israa'el Somaalilaandiif beekamtii kennuu erga dhaga'amee dhimmi egeree Somaalilaandii fiSomaaliyaa akkam akka ta'u danda'u dabalatee akka waliigalaatti dhimmi naannawa kanaa xiyeeffannoo guddaa argateera. Biyya kamtu itti aanee beekamtii kennaa kan jedhullee ijoo dubbii ta'aa jira.
Ispoortii
Arsenaal 0-0 Liiverpuul: Arsenaal carraa Maanchister Siitii irraa qabxii saddetiin fagaachuu dhabe
Piriimer Liigii: Arsenaal 0-0 Liiverpuul: Arsenaal dirree isaa irratti Liiverpuul waliin qixa bahe
Arsenaal Liverpuuliin 2-0n injifata: Tilmaama taphoota Piriimiyer Liigii
Taphoota torbee kanaa keessaa kan akkaan eegamu morkii Arsenaal kan liigicha qabxii jahaan dursaa jiruufi Liiverpuul gidduutti godhamuudha. Siitiifi Biraayitan akkasuma ni eegama. Tillmaamni maal fakkaata?
Eenyu leenjiisaa Maanchister Yunaayitid ta'a?
Eerik teen Haag, Raalf Raangniik fi Amoriim yaalamanii Yunaayitiid keessatti milkii waan dhabaniif amma tarii yeroo itti leenjistoota Piriimiyeer Liigii keessatti qoraman yaalaniidhaa?
Maanchistar Yunaayitid leenjisaa isaa Amoorim hojirraa ari'e
Ruuben Amoorim hoggantoonni olaanoo Maanchister Yuunaayitid hojii isaa gidduugaltummaa tokko malee akka hojjetuuf akka isaaf eeyyamaniif jecha dubbate.
Dhalataan Oromoo lammii Kaanadaa Alii Ahimad Noorwich Siitiif mallatteesse
Dhalataan Oromoo lammii Kaanaadaa Alii Ahimad kilaba Ingiliz Shaampiiyoonshiippii keessa taphatu Noorwiich Siitiif mallatteesse.
Diraamaa Afcon: Maaliin kudhaniin taphattee Tuniiziyaa kuffifte
Morkiin Waancaa Afrikaa mo'anii darbuu kaleessa eegalame. Senegaal Sudaniin durfamuurraa kaatee 3-1n injifatte. Maaliin ammoo kudhaniin taphattee Tuniiziyaa mo'atte.
Astoon Viilaan N. Foorest mo'achuun lammaffaa gale, Arsenaal Boornimooz keessummeessa
Piriimer Liigii: Astoon Viilaan N. Foorest mo'achuun lammaffaa gale, Arsenaal Boornimooz keessummeessa
Saarinaa Wiigmaan: Dubartii tasgabbooftuu fi amanamtuu injifannoon beekamtu
Ijoollummaa isheetti akka dhiiraatti rifeensa ishee gabaabsitee sirreeffachuun dhiirota waliin kubba miilaa taphatti ture.
'Qabxii argannetti hin gammanne' - Maanchister Siitiin waa'ee qabxii gatuu fi morkii waancaa maal jedhe?
Peep Gaardiyoolaan morkiin waancaa Piriimer Liigii bara kanaa kileboota lama, Arsenaalii fi Maanchister Siitii gidduutti tahaa? jedhamee gaafatameera.
Gaaboon garee kubbaa miilaa uggurte leenjisaafi Obaamiyaang ariite
Mootummaan Gaaboon garee kubbaa miilaa biyyaalessaa ugguruu, Piiyeer Emeriik Obaamijaangiifi leenjisaa garichaa ar'uu beeksise.
Arsenaal Aston Viilaa haaloo bahate, Yunaayitidiifi Cheelsiin qe'ee ofiitti qabxii gatan
Arsenaal eda Astoon Viilaa akka gaaritti haaloo bahate. Jalqaba ji'a Muddee Astoon Viilaan daqiiqaa dhumaatti Arsenaal mo'achuun qabxii gachisiisee ture.
Arsenaal galchii 4-1 Astoon Viilaa dursaa jira; Maanchister Yuunaayitid 1-1 Woolvis
Arsenaal har'a dirree isaa irratti Astoon Viilaa morkata. Unaay Emireen Arsenaal injifachuun beekama. Taphni kun akkaan murteessaadha.
Daataa qusachuu barbaadduu?
Daataa qusachuuf yeroo tokko tokko fuula barreeffama qofaa keenyaa ilaalaa.























































![Abbootii Alangaa hidhattootaan butamanii ture, bitaa irraa gara mirgaatti; Naggasaa kabbadaa kan ajjeefame, Yirgaalem Mittikkuu fi Alamaayyoo Massalaa]](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/73cc/live/83777e90-e492-11f0-aae2-2191c0e48a3b.jpg.webp)

























![Daa'ima Bassuufiqaad [Sanyii Wasanee]](https://ichef.bbci.co.uk/ace/ws/240/cpsprodpb/754f/live/729d9da0-e2dc-11f0-b67b-690eb873de1b.jpg.webp)











