BBC Africa Eye: Daa'imman gabaa gurraacha Naayiroobiitti gurguraman

Ibsa waa'ee viidiyoo, Daa'imman gabaa gurraacha Naayiroobiitti gurguraman

Sagantaan BBC Africa Eye gabaasa qorannoo yeroo dheeraa fudhateen, gabaa daa'immanii magaalaa guddoo Keeniyaatti dabalaa dhufe saaxil baase.

Warreen ijoollee kanniin hatan, dolaara Ameerikaa 400 fa'itti gurguru.