BBC Africa Eye: UAE'n haleellaa diroonii Liibiyaa keessaa harka qabaachuun ifoome
Ragaaleen haarayaa akka mullisanitti, Amajjii 2020tti, dirooniin yookaan xayyaarri nama maleessa kan Yunaayitid Arab Emireet taate, leenjitoota waraanaa hin hidhanne 26 tahan, Liibiyaa magaalaa Tiripooliitti haleeluun ajjeesuu qorannoon BBC ifoomse.




