BBC Africa Eye: Barattoota shamarranii qabxii argachuuf saal quunnamtiif gaafataman

Ibsa waa'ee viidiyoo, Na waliin quunnamtii saalaa raawwadhu

Yunivarsiitiiwwan Naayijeriyaafi Gaanaatti barattooti shamarranii qabxii argachuuf saal quunnamtii gaafatamu. Qorannnoon ganna tokkoo ol BBC Africa Eye'n midhaaffame kun rakkoo shamarran irra gahu saaxila.