BBC Africa Eye - Halkan Fiigdota Keeniyaa: Warra hafuurri halkan fiigsu kanaan walbaraa
Jiraattonni baadiyyaa Keeniyaa keessaa waahee warra halkaniin figdootaa baroota dheeraaf dubbataniiru. Hawaasnis jarreen kun namoota afuura seexanaan qabamanii warra ollaa jeeqanidha jedhanii amanu. Haatahu malee namuu waahee halkaniin fiigdota kanaa qixaan waan beeku hin qabu. agantaa BBC Africa Eye'f Tom Odula waan qoratee bira gahe isinii dhiyeessineerra.



