Gantoota Tapha Kubbaa Miilaa: Salphina abbootii murteefi qondaaltota kubbaa miilaa Afriikaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Gantoota Tapha Kubbaa Miilaa

Qorannoon kun qaama hordoffii waggoota lamaaf dhoksaadhaan Gaazexeessaa lammii Gaanaa Anas Aremayaw Anas'tiin gaggeeffamaa turedha.

Waraabbii dokumentaarii isaanii kan dhiyeenya kanaa akka addaatti argachuu danda'es sagantaa dokumentarii 'BBC Africa Eye' qofaadha.