Hidha Laga Abbayyaa: Lammileen Itoophiyaa Masrii jiran maal jedhu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Lammileen Itoophiyaa Masrii jiran waa'ee Hidha Guddichaa maal jedhu?

Dhimma hidha Itoophiyaan laga Abbayyaarratti ijaaraa jirtuuf, mareen biyyoota sadan gidduutti ganna 10 oliif taasifamaa ture hardhallee hin obbaane.

Baqattoonni Itoophiyaa Masrii magaalaa Kaayiroo jiran, waldhabdeen kun akkamiin jireenyasaaniirratti dhiibbaa akka uume gaafanneerra.