Aadaa uummata Sidaamaa: Meeshaa aadaa Sidaamaa - Shaafeetaan maali?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Meeshaan aadaa Sidaamaa Shaafeeta maali?

Nyaata shaafeetaan dhiyaatu namootni 50 hanga 60 soorachuu danda'u. Ta'us garuu kun kan yeroo hunda miti.

Aadaa Sidaamaa keessatti iddoo guddaa qaba.

Viidiyoo: Amansiisaa Nagaraa