Tiraamp DV dhorkuun lammilee Itoophiyaaf dhiibbaa akkamii qaba?
Pirezidant Tiraamp haleellaa jumlaa Yunivarsitii Biraawun keessatti raawwateen namoonni lama erga ajjeefaman booda carraa lootorii Giriin Kaard (DV) jedhamu dhorkan.
Nami haleellaa kanaa raawwateera jedhamee shakkamu lammiin Porchugaal DV'dhaan Ameerikaa kan seene.
Dabalataan;