Bara darbe Arsenaal qabxii gatee akka waancaa dhabuuf kilaboota rakkisoo turan keessaa tokko kan ture Fuulhaam, ijaa bara darbe Arsenaaliin 1 fi 0n mo'ate bara kana 'barri dabaree' waan ta'eef 1 fi 0n mo'ameera.
Arsenaal barana kilaba bara darbe waancaa isa dhabsiisan yeroo adabu Fuulhaam kan jalqabaa miti. Niiwukasil fi Weest Haam akkuma kana haaloo ba'ateera.
Dubartiin kun Fulbaana 24 Miilaan irraa gara buufata xiyyaaraa Eva Air kan Taayiwaan magaalaa Taawooyuwaan keessatti argamuutti imalaa ture keessaa keessummeessaa turte.