Jala-bultii Ayyaana Waggaa Haaraa Itoophiyaa 2017 suuraan

Jala-bultii jala wanti arganiifi dhaga’an miira ayyaanaa nama yaadachiisa.

Caffee, gabaa handaaqqoofi busaa’ee, qricaa, uffata haaraa… hedduudha.

Yeroo ayyaanaa mana keenya mana ayyaanaa kan fakkeessu keessaa caffee lafatti afnu.

Arrittii, ulumaayii fi biqiltuuwwan kaan qe'ee fi mana urgaa namatti toluun guutu.

Suura kana yoo daawwattan maaltu isinitti dhaga’ama? Maal yaadattu?

Daawwadhaa

Dubartoota Adaamaatti jala-bultii baraa haaraa 2017 caffee gurguraa jiran
Ibsa waa'ee suuraa, Dubartoota Adaamaatti jala-bultii baraa haaraa 2017 caffee gurguraa jiran
Dubartii jala-bultii Ayyaana Waggaa Haaraa Itoophiyaa bara 2017'f fandiishaafi Ixaana, akkasumas caffee gurguraa jirtu
Ibsa waa'ee suuraa, Dubartii jala-bultii Ayyaana Waggaa Haaraa Itoophiyaa bara 2017'f fandiishaafi Ixaana, akkasumas caffee gurguraa jirtu
Dargaggeessa jala-bultii Ayyaana Waggaa Haaraa Itoophiyaa bara 2017 jala xombora(gucaa) fi caffee gurguraa jiru
Ibsa waa'ee suuraa, Yeroo ayyaanaa xombora (gucaa) fi caffeenis ni qophaa'u
Gabaa lukkuu jala-bultii Ayyana Waggaa Haaraa Itoophiyaa bara 2017
Ibsa waa'ee suuraa, Keessumaa ittoon hindaaqqoo yookiin lukkuu yoona kana bal'inaan qophaa'a
Jala-bultii Ayyaana Waggaa Haaraa Itoophiyaa bara 2017 nama lukkuu qabatee jiru
Ibsa waa'ee suuraa, 'Lukkuun meeqa?