Abbootiin Gadaa Booranaa waggaa saddeettan gadaasaanii sirna akkamiin raawwatu?

Abbootiin Gadaa Booranaa waggaa saddeettan gadaasaanii sirna akkamiin raawwatu?

Abbootiin Gadaa Booranaa waggaa saddeettan gadaasaanii jilawwan adda addaa raawwachuun dabarsu.

Yaa'iin Gadaa sadan Booranaa torban dhufu keessa baallii dabarsa. Sirna baallii wal harkaa fuuchuu kanaan dura ammoo jilawwan garaa garaa raawwataa turan.

Ofi sirni kum maali? Dubartoonni hoo gaheen bahan maal fakkaata?

Abbootii Gadaa fi haadhoolii warraa abbootii gadaas dubbifnee haala akkanaatiin qindeessineerra, dhiyaadhaa!