Adaamaa: Jala-bultii Ayyaana Cuuphaa suuraan
Ibsa waa'ee suuraa, Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti dargaggoota uffataa aadaan miidhaganii sirnicharratti hirmaatanIbsa waa'ee suuraa, Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti namoota uffata aadaan faayamanii kabajaa oolan keessaaIbsa waa'ee suuraa, Suuraa sirna Kataraa magaalaa Adaamaa kabajamaa oolerratti kaafame keessaa yeroo tajaajiltoonni amantaa Ortodoskii hiriiraan mul'atanIbsa waa'ee suuraa, Suuraa jala bultii ayyaana Cuuphaa magaalaa Adaamaarratti kaafameIbsa waa'ee suuraa, Shamarran sirna Kataraa kanarratti hirmaatan suuraa agarsiisu Ibsa waa'ee suuraa, Suuraa jala bultii ayyaana Cuuphaa magaalaa Adaamaarratti yeroo luboonni taabota baatanii agarsiisuIbsa waa'ee suuraa, Haadholii sirna Qataraarratti kanarratti hirmaatanIbsa waa'ee suuraa, Nama sirna galateeffaanna gaggeeffamu afaan qabatee ilaalaa jiruIbsa waa'ee suuraa, Namoota sirna amantaa kanarratti meeshaa muuziqaa aadaa hafuufanOdeessa kana irratti dabalata