'Mana hunda keessaa miseensi maatii lama ykn sadii sigiga lafaa kanaan awwalamaniiru'

'Mana hunda keessaa miseensi maatii lama ykn sadii sigiga lafaa kanaan awwalamaniiru'

Har’a irraa kaasee Manni-maree Bakka-bu’oota Ummataa naannoo Kibba Itoophiyaa, godina Goofaa, aanaa Gezeetti balaa sigiga lafaa mudate hordofee lubbuu lammilee darbeef gaddaa biyyaalessaa guyyoota sadiif turu labseera.

Balaa sigigoo lafaa tibbana Naannoo Kibba Itoophiyaa Godina Gofaa keessatti mudateen namoonni du’an hanga 500 ta’u akka danda'an UN beeksiiseera.

Warra dura birmannaaf deeman dabalatee namoonni maatiisaanii dhaban maaljedhu?

Gabaasan BBC bakka sanatti agamee dubbiseera.