Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Uffanni Zeleniskii falmii kaase gatiin hangam akka ta'e beektuu?
Uffanni Zeleniskii falmii kaase gatiin hangam akka ta'e beektuu?
Pirezidantiin Yukireen Voloodmiir Zeleniskii torban darbe Pirezidantii US Donaald Tiraamp waliin walitti dheekkamaniiru.
Keessumaa dhimmi uffata isaanii yeroodhuma masaraa Ameerikaa Waayit Haawus dhaqqaban eegale.
Haa ta'u malee, asiin duras dhimma uffata isaaniirratti gaaffiin akkanaa ka'aa ture.
Zeleniskiin maaliif uffata gurraacha uffatu? Gatiin isaawoo meeqa?