Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Bunni maddisaa Itoophiyaa ta'un himamu attamiin qaama keenya keessatti hojjata?
Baayyeen keenya lafaa kaanee osoo hojii idilee hin eegaliin ykn guyyaa keessatti buna osoo hin dhugne ooluu hin dandeeenyu ta'a.
Kunis sababii qabiyyeen buna keessa jiruuf erga dhugnee booda qaama keenya keessa galuun akka dammaqnu nu taasisuu kaafeeyiin qabuufiidha.
Ofii bunni maddisaa Itoophiyaa ta'un himamuufi amma addunyaa guuturratti jaalatamu attamiin qaama keenya keessatti hojjataa?
Seenaa argama isaa qabee attamiin qaama keenya keessatti akka hojjatu ilaalichee BBC viidiyoo kan qindeesseera.