Oduu ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Tiraamp Iraan waliin waliigalaa jiraachuu eeruun oppireeshinii Ulaa Hormuuz adda kutuu ibse
- US qoqqobbiiwwan Ertiraa irraa kaasuuf akka jirtu sanadi keessoo mootummaa biyyattii mul'ise
- US gulantaan waraanaa haleellaa irratti xiyyeeffate- Operation Epic Fury jedhamu goolabameera jette
- Manni Maree Tigraay diigamee ture Dabratsiyooniin Pirezidantii gochuun muude
- Odeessaalee keenya karaa marsariitii, YouTube, Facebook fi WhatsApp keenyaa argachuu dandeessu








