Yaadannoo iccitii Chibook 5: Hijaaba qoramuu ittisuuf

Milishoonni, shamarran kunneen akka isaan hin qorreef, yeroo maraa hijaaba uffatanii qaama isaanii akka haguugan gaafatuun ture.

Yaadannoo iccitii shamarran Chibook
Ibsa waa'ee suuraa, Yaadannoo iccitii shamarran Chibook

"Quraana bane dubbisuu eegale, kutaa akkas jedhus bane dubbise, wayita waraana jihaadii namootni isaan booji'an yoo jiraate,waan barbaadde gochuu dandeessa, murteen keeti…Garuu nuyi hijaaba kan nuu kennan akka qaama keenya hin agarrefi. Kunis dogoggoranii waan badaa akka hin raawwanneefi"