'Jalqaba yoon dhagahu waanan du'u natti fakkaatee ture'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Jalqaba yoon dhagahu waanan du'u natti fakkaatee ture'

Aaddee Gannat jiraattuu magaalaa Hawaasaafi haadha ijoollee sadiiti. Dhukkuba kaansarii gadaameessatiin qabamuu kan baran bara 2007 keessa ture. Ergasiin boodas naasuufi yaaddoo maatiifi ishee keessa dabarte akkasumas wallaansaan wal qabatee maal irrattti akka argaman akkasiin muxannoosaanii BBCtti himaniiru.