'Ilaamee ijoo...' shamarree TikTok irratti mammaaktu Hawwineet Bojaa walbaraa

Shamarree Hawwineet Bojaa miidiyaa hawaasummaa viidiyoo gaggabaabduu ittiin qoodan TikTok waan hin baramneef fayyadamti - mammaaksa itti mammaakti.

Erga mammaaksa maxxansuu eegaltee waggaa tokkoofi ji'a jaha akka tahe kan himtu Hawwineet, ''mammaaksa baay'een jaaladha,'' jetti.

Viidiyoon: Habtaamuu Xibabuu