'Ilaamee ijoo...' shamarree TikTok irratti mammaaktu Hawwineet Bojaa walbaraa

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Ilaamee ijoo...' shamarree TikTok irratti mammaaktu Hawwineet Bojaa walbaraa

Shamarree Hawwineet Bojaa miidiyaa hawaasummaa viidiyoo gaggabaabduu ittiin qoodan TikTok waan hin baramneef fayyadamti - mammaaksa itti mammaakti.

Erga mammaaksa maxxansuu eegaltee waggaa tokkoofi ji'a jaha akka tahe kan himtu Hawwineet, ''mammaaksa baay'een jaaladha,'' jetti.

Viidiyoon: Habtaamuu Xibabuu