‘Shamarree aartii fakkii kaasuun fagoo ilaalaa jirtu’ - Artiist Hawwii Kabaa
Hawwii Kabaa artistii ol adeemtuu fakkiiwwan gara garaa hojjettuun beekkamtii horachaa jirtudha.
Hojiileen aartii hojjettee suuraasaanii fuula Feesbuukiishee irratti maxxansituun miidiyaalee biyya keessaa hawwachuun beekkamtiishee dabalaa jiru.
Hojii kana yoom jalqabde? Akkamiin ammoo hojjechaa jirti? Isheerraa dhaga'aa.

