Raashiyaan dhuguma Yukireen weeraruuf qophaa'aa jirtii?
Raashiyaan daangaa biyya ollaashee Yukireenitti loltoota 100,000 tahan walitti kan qabde yoo tahu, biyyattii weeraruuf garuu karoora akka hin qabne himti.
Muddama kana duuba maaltu jira? Odeessi viidiyoo kun akkasiin dhiyaateera.

