Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Waraana kaaba Itoophiyaa: Daa'ima beela'eefi haati isaa aannan hoosistu hinqabne
Hospitaalli guddichi Tigraay keessaa daa'imman hanqina nyaataan miidhamaniif, nyaanni madaalawaa dhiyeessu dhumaa jiraachuu hime.
Hospitaalli rifaraalaa Ayidar daa'imman kanneen akka Suraafel beelaan guddoo miidhaman wal'aanuuf meeshaaleen jalaa dhumachaa akka jiru hima.